Nothing Special   »   [go: up one dir, main page]

Jump to content

Yuukiliid

Wikipedia irraa

Yuukiliid abbaa-herregaa Giriikti, yeroo baayyee "Abbaa Ji'oomeetirii" jedhamee waammama. Barruulensaa kan Elementis jedhamu seenaa herrega keessatti hojiiwwan jijjiirrama gurguddaa fidan keessaa isa tokko.