Nothing Special   »   [go: up one dir, main page]

Jump to content

Olaantiyyaa

Wikipedia irraa
Aye-aye limoor, tarsiyanii filiphiinii, laamura eeggeengoo, Loorisii qallaa diimaa, Kaapuchina mataa adii, Tamariin leenca, Jaldeessa, aankoo, gibbon harka adii qabu ; Gargarkaattoo .

Olaantiyyaa ykn Qaroon(primate) tartiiba hoosistootaa ti. Baayoloojii keessatti tartiibni kun leemurii, qamalee, jaldeessafi nama of keessatti qabata .

  • Leemuuri, gargarkaatto (bush baby, galagos), poto fi kkf. - ( Afrikaa fi Madagaskaar ) .
  • Taarsiyarii - ( Kibba-Baha Eeshiyaa ) .
  • Jaldeessa Addunyaa Dhihaa - ( Ameerikaa ) .
  • Jaldheessa Bahaa - (Afrikaa fi Eeshiyaa); Aankoo, jaldeessa daabee, canoo, weenniijedhaman
  • Jaldeessa-eegmaleesa - gibbon (Eeshiyaa) .